Waldaan keenya hojiiwwan babal'insa wangeelaa hojjechuuf humnaa qabdu hundaan yeroo ishee kennitee hojjechaa jirti. Kana keessatti obboloonni carraa babal'isuu wangeelaatti hirmaachuuf haala mijataa hin arganne carraa kana fayyadamuun maallaqa isaaniitiin akka wangeela lallaban haala mijataa yoo uumnu gammachuudhaani. Karaa Account waldaa keenya armaan garii gumaachuu dandeessu. Eebbifamaa!




© | Church Management System
Powered by Ifargan Technologies