WAAN AMMEE
Our channel provides spritual contents like gospel song, spritual events and Gospel preaching!
Caaffanni Qulqullaa'oon Waa'ee Waldhabdee Har'a Israa'el fi Iraan jidduu luufaa jiruu maal jedha?
Haleellaan Israa’el Iraan irratti raawwatte mata duree oduu addunyaa ho'aa...
Gaafa 04/04/2025 | Tasfaayee
Eebba Albeema faarfataa Miiliyoon toleeraa Bitootessa 28/2017... Dabalataan dubbisi
Taateewwan
Positive Mindset and Its Role in Producing Transformational Citizens
Guyyaa: 30/03/2025 - 30/03/2025 GC
Status: Taatee yeroo darbee
Waldaan keenya yeroo hedduu miseensota waldaa keenyaa garee gareen...
Gadhiifamuu Faarfannaa Ifoomsuu
Guyyaa: 29/09/2024 - 30/09/2024 GC
Status: Taatee yeroo darbee
Nagaan waaqayyoo lafa jirtanitti isiniif haa ta'u! Albamni faarfannaa obboleessa...
Leenjii Faarfattootaa
Guyyaa: 27/09/2024 - 27/09/2024 GC
Status: Taatee yeroo darbee
Raawwiiwwan Idilee waldaa Kiristaanaa keessaa inni tokko gareewwan tajaajilaa...
HOJII AFUURAA EENYUYYUU WAJJIN
Waldaan keenya Waldaan Biraana Kiristoosii Adaamaa hojii Afuuraa irratti dhaabata, garee yookaan nama dhuunfaa kamiyyuu waliin ni hojjeta. Warra mul'ata qaban ni deeggara, mul'atasaa namoota isa deeggaruu barbaadan waliinis ni qooddata.
Maxxansaawwan
Caaffanni Qulqullaa'oon Waa'ee Waldhabdee Har'a Israa'el fi Iraan jidduu luufaa jiruu maal jedha?
Haleellaan Israa’el Iraan irratti raawwatte mata duree oduu addunyaa ho'aa ta'ee jira, garuu Caaffanni Qulqullaa’oon...
Dabalataan dubbisiBeeksisa Qacarrii
Waldaan Birhaana Kiristoos Adaamaa Gita Hojii banaa qaburratti namoota ulaagaa jedhame guutan wal dorgomsiisee qacaruu...
Dabalataan dubbisiFedha / Eeyyama Waaqayyoo
Ilmi namaa kennaa tokko qofaan hin daanga’u. Kennaan tokko kophaa isaa kennuun Waaqayyoo fudhachuu ilma...
Dabalataan dubbisiDoktorii Isa Caalutu Argame - Seenaa Dhugaa Biyya Hindiitti Ta'e
Bara tokko Biyya Hindii keessatti Mucaa harmee tokkootu dahe(mucaa godhatte). Dahumsa sana booda dhiigni...
Dabalataan dubbisi







