abdii daraje 10 months ago
misrachoo sagale waqayyoo lalabun gariidha kanas umamni hundinu mul'achuu ijjolee waqayyo dhime eggacha jiraa.
Dagechisa Abera 1 yrs ago
The website
As a one member of the church, I appreciated this work to support the church's systems with web in order to finish a tasks effectively and efficiently, but how are you doing on it to reach beside every single member of the church? Because, anyone whith smartphone can use it from everwhere.
Baanee Falamaa 1 yrs ago
Wangeela nama hunda dhaqqabsiisuu
Sagalee waaqayyoo nama hunda biraan gahuuf carraa arganne hundatti fayyadamuun dirqama.kanaaf kunimmoo carraa tokko
Abarraa Garmaamaa 1 yrs ago
Bara Digitilizationii
Yeroo kanatti Sagaleen waaqayyo bakka hundatti saatii kamiyyuu Namni marti akka hirmaatuuf siistemni kun dalagamuunsaa baayyee kan nama gammachiisuufi Abdii Namatti horudha
Ifarga Guddataa ogeessa Ajaa'ibaa Waaqayyo ammayyuu Dachaa dachaa si haa eebbisu eebbifami !