Teessoo fi bakka argamaa

Bakka Addaa, Itiyoophiyaa

Tooraawwan bilbilaa/Email Keenya

[email protected] / [email protected]

022 112 4104 / 09 11387 725 / 09 4409 8238

Toora waahimalee Hasaawummaa

Yaada keessan nuuf qoodaa

YAADOTA HAWAASAA

abdii daraje 10 months ago


misrachoo sagale waqayyoo lalabun gariidha kanas umamni hundinu mul'achuu ijjolee waqayyo dhime eggacha jiraa.
Dagechisa Abera 1 yrs ago
The website

As a one member of the church, I appreciated this work to support the church's systems with web in order to finish a tasks effectively and efficiently, but how are you doing on it to reach beside every single member of the church? Because, anyone whith smartphone can use it from everwhere.
Baanee Falamaa 1 yrs ago
Wangeela nama hunda dhaqqabsiisuu

Sagalee waaqayyoo nama hunda biraan gahuuf carraa arganne hundatti fayyadamuun dirqama.kanaaf kunimmoo carraa tokko
Abarraa Garmaamaa 1 yrs ago
Bara Digitilizationii

Yeroo kanatti Sagaleen waaqayyo bakka hundatti saatii kamiyyuu Namni marti akka hirmaatuuf siistemni kun dalagamuunsaa baayyee kan nama gammachiisuufi Abdii Namatti horudha Ifarga Guddataa ogeessa Ajaa'ibaa Waaqayyo ammayyuu Dachaa dachaa si haa eebbisu eebbifami !